Efesoon 5:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Waldaas xurii fi dirmammuun, wanti kana fakkaatus utuu irratti hin argamin fudhatamtuu mudaa hin qabne godhee, ulfinaan of dura ishee dhaabuuf jira*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 waldaa kiristaanaa ulfina qabeettii, mudaa yookaan suntuura yookaan waan akkanaa tokko illee hin qabnee garuu qulqullooftuu mudaa hin qabne godhee ofitti ishee dhiʼeessuuf waan kana godhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ወልዳ ክርስታና ኡልፍነ ቀቤቲ፣ ህርእነ ዮካን ሱንቱረ ዮካን ዋን አከና ቶኮሌ ህንቀብኔ ገሩ ቁልቁሎፍቱ ሙዳ ህንቀብኔ ጎዼ ኦፍት እሼ ዽኤሱፍ ዋን ከነ ጎዼ። See the chapter |