Efesoon 5:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Kristos akkuma waldaa kristiiyaanaa jaallate, waldaadhaafis dabarsee of kenne, akkasuma abbaan manaas haadha manaa isaa haa jaallatu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Yaa dhirsoota, akkuma Kiristoos waldaa kiristaanaa jaallatee isheef of kenne sana isinis niitota keessan jaalladhaa; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ያ ዽርሶተ፣ አኩመ ክርስቶስ ወልዳ ክርስታና ጃለቴ እሼፍ ኦፍ ኬኔ ሰነ እስንስ ኒቶተኬሰን ጃለዻ፤ See the chapter |