Efesoon 5:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee dabarsee of kenneera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 akkuma Kiristoos nu jaallatee nuufis jedhee akka aarsaa fi qalma urgaaʼuutti Waaqaaf of kenne sana isinis jaalalaan deddeebiʼaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አኩመ ክርስቶስ ኑ ጃለቴ ኑፍስ ጄዼ አከ ኣርሳፊ ቀልመ ኡርጋኡት ዋቃፍ ኦፍ ኬኔ ሰነ እስንስ ጃለላን ዴዴብኣ። See the chapter |