Efesoon 5:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Dhugaatiidhaan machooftanii of hin wallaalinaa, isaanis of hin balleessinaa! Qooda kanaa hafuura qulqulluudhaan guutamaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa; kun jireenya gad dhiisiitti geessaatii. Qooda kanaa Hafuuraan guutamaa; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዳዺ ወይኒቲን ህንመቻእና፤ ኩን ጅሬኘ ገድ ዺሲት ጌሳቲ። ቆደ ከና ሀፉራን ጉተማ፤ See the chapter |