Efesoon 4:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Amma, ?Ol ba'e? yommuu jedhu maal jechuu isaa ti? Dura biyya lafaa kana keessaa gara iddoo gadiitti gad bu'e jechuu dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Egaa, “Inni ol baʼe” jechuun isaa dhidhima lafaatti gad buʼe jechuu malee maal jechuu isaa ti? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤጋ፣ “እን ኦል በኤ” ጄቹንሳ ዽዽመ ለፋት ገድ ቡኤ ጄቹ መሌ ማል ጄቹሳት? See the chapter |