Efesoon 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kanaaf caaffanni qulqullaa'aan, ?Inni gara waaqaatti yeroo ol ba'e, boojuu booji'ee dhaqee, namootaafis kennaa kenne? in jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu, “Inni yommuu ol gubbaa baʼetti, boojuu boojiʼe; namootaafis kennaa kenne” jedha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ፣ “እን ዮሙ ኦል ጉባ በኤት፣ ቦጁ ቦጅኤ፤ ነሞታፍስ ኬና ኬኔ” ጄዸ። See the chapter |