Efesoon 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyoo fi abbaan waan hundumaa tokkicha, inni waan hundumaa irra jira waan hundumaan in hojjeta, iddoo hundumaa jiras*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqaa fi Abbaan waan hundaa, inni waan hundaa ol taʼe, kan waan hunda keessatti hojjetuu fi kan waan hunda keessa jiru tokkichatu jira. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቃፊ አባን ዋን ሁንዳ፣ እን ዋን ሁንዳ ኦል ተኤ፣ ከን ዋን ሁንደ ኬሰት ሆጄቱፊ ከን ዋን ሁንደ ኬሰ ጅሩ ቶክቸቱ ጅረ። See the chapter |