Efesoon 4:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Dubbii gargaaru, yeroo barbaachisutti kan cimsu, warra dhaga'uufis ayyaana kan kennu malee, dubbiin hamaan afaan keessan keessaa hin ba'in*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Waan nama ijaaruuf gargaaru, akkuma barbaachisaa taʼettis waan warra dhaggeeffataniif ayyaana kennu malee dubbiin hamaan tokko iyyuu afaan keessanii hin baʼin. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ዋን ነመ እጃሩፍ ገርጋሩ፣ አኩመ በርባችሳ ተኤትስ ዋን ወረ ዸጌፈተኒፍ አያነ ኬኑ መሌ ዱቢን ሀማን ቶኮዩ አፋንኬሰኒ ህንበእን። See the chapter |