Efesoon 4:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Kanaafis namni adduma addaan soba of keessaa baasee, dhugaa namatti haa dubbatu! Nuyi bu'aa dhagna walii ti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Kanaafuu waan nu hundi miseensa walii taaneef tokkoon tokkoon keessan soba of keessaa baastanii ollaa keessanitti dhugaa dubbachuu qabdu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ከናፉ ዋን ኑ ሁንድ ምሴንሰ ወሊ ታኔፍ ቶኮን ቶኮንኬሰን ሶበ ኦፍ ኬሳ ባስተኒ ኦላኬሰንት ዹጋ ዱበቹ ቀብዱ። See the chapter |