Efesoon 4:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Silaa waa'ee isaa dhaga'uun keessan, akka dhugaa isa Yesus keessa jiruttis maqaa isaatiin barsiifamuun keessan hin oolle*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 isin dhugumaan akkuma dhugaa Yesuus keessa jiru sanaatti waaʼee Kiristoos dhageessanii isumaanis barsiifamtaniirtu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እስን ዹጉማን አኩመ ዹጋ ዬሱስ ኬሰ ጅሩ ሰናት ዋኤ ክርስቶስ ዸጌሰኒ እሱማንስ በርሲፈምተኒርቱ። See the chapter |