Efesoon 4:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Gad of deebisuu fi garraamummaa hundumaan, obsaanis walii wajjin jiraadhaa, jaalalaanis waliif danda'aa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ጉቱማን ጉቱት ገድ ኦፍ ቀባ፤ ገራሞተ ተኣ፤ ኦብሰ ቀባዻ፤ ጃለላንስ ወል ደንደኣ። See the chapter |