Efesoon 4:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Isaan of qabuu dadhabanii jireenya gad-dhiisiitti of kennaniiru; wanta nama xureessu hundumaa in hojjetu, in ga'as hin jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እሳንስ ዋን ቀልቢንሳኒ ሀዶዴፍ ሀመ ጡራኡማ ጎሰ ሁንዳ ኬሰ ገለንት ሰሰቱማን ጉተመን። See the chapter |