Efesoon 4:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isaan sammuun isaanii dukkaneeffameera; sababii Waaqayyoon beekuu hin barbaanneef, sababii mata-jabina isaaniitiifis jireenya isa Waaqayyo kennu keessaa gad baafamaniiru*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Sababii mata jabina isaaniitiinis waan wallaalummaan isaan keessa jiruuf hubannaan isaanii dukkaneeffameera; jireenya Waaqaa keessaas baʼaniiru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሰበቢ መተ ጀብነሳኒቲንስ ዋን ወላሉማን እሳን ኬሰ ጅሩፍ ሁበትናንሳኒ ዱከኔፈሜረ፤ ጅሬኘ ዋቃ ኬሳስ በአኒሩ። See the chapter |