Efesoon 4:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Isa jalatti bu'aan dhagnaa hundinuu wal fudhatanii, buusaa adduma addaan argataniin walitti qabsiifamaniiru; yeroo bu'aan dhagnaa adduma addaan tooraan hojjetuttis, dhagnichi in guddata, jaalalaanis of in cimsa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Isumaanis kutaaleen dhagnaa guutuun ribuu walitti isaan qabuun hidhamaniiru; yommuu kutaaleen dhagnaa sun hundi hojii isaanii hojjetanittis dhagni sun jaalalaan guddatee of ijaara. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እሱማንስ ኩታሌን ዸግና ጉቱን ርቡ ወልት እሳን ቀቡን ህዸመኒሩ፤ ዮሙ ኩታሌን ዸግና ሱን ሁንድ ሆጂሳኒ ሆጄተንትስ ዸግን ሱን ጃለላን ጉደቴ ኦፍ እጃረ። See the chapter |