Efesoon 4:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Egaa nuyi si'achi ijoollee dha'aan asii fi achi rukutu, warra qilleensa barsiisa namoota axaarotaatiin, haxxumaa isaanii isa gowwoomsaadhaan raawwatamuunis fudhataman hin taanu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Egaa nu siʼachi duraa duubatti dadarbatamaa bubbee barsiisa gosa hundaatiin, haxxummaa fi jalʼina marii gowwoomsitootaatiin asii fi achi oofamaa daaʼimman hin taanu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኤጋ ኑ ስአች ዱራ ዱበት ደደርበተማ ቡቤ በርሲሰ ጎሰ ሁንዳቲን፣ ሀጡማፊ ጀልእነ መሪ ጎዎምስቶታቲን አሲፊ አች ኦፈማ ዳእመን ህንታኑ። See the chapter |