Efesoon 4:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kunis hamma hundumti keenya tokkummaa amantii, ilma Waaqayyoo beekuu namoota ga'an taanee, guddannees safara guutummaa Kristos bira hamma geenyutti ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 kunis waan hamma hundi keenya tokkummaa amantiitii fi tokkummaa Ilma Waaqaa beekuu bira geenyutti, akka guddannee sadarkaa guutama Kiristoos bira gaʼuudhaan namoota bilchaatoo taanuuf. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኩንስ ዋን ሀመ ሁንድኬኘ ቶኩማ አመንቲቲፊ ቶኩማ እልመ ዋቃ ቤኩ ብረ ጌኙት፣ አከ ጉደትኔ ሰደርካ ጉተመ ክርስቶስ ብረ ገኡዻን ነሞተ ብልቻቶ ታኑፍ። See the chapter |