Efesoon 4:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Inni warra Waaqayyoof qulqullaa'an, hojii isa itti ergaman sanaaf qopheessuudhaaf, [waldaa isa] dhagna Kristos sanas cimsuudhaaf kana godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 waan kanas akka dhagni Kiristoos ijaaramuuf qulqulloota hojii tajaajilaatiif qopheessuuf jedhee godhe; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዋን ከነስ አከ ዸግን ክርስቶስ እጃረሙፍ ቁልቁሎተ ሆጂ ተጃጅላቲፍ ቆጴሱፍ ጄዼ ጎዼ፤ See the chapter |