Efesoon 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isumatus namootaaf kennaa kenne; kennaan isaas kaan ergamoota, kaan waan Waaqayyo isaanitti mul'ise warra himan, kaan warra wangeela lallaban, kaan eegdota, kaanis barsiisota akka ta'aniif ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Innis namoota tokko tokko ergamoota, kaan raajota, kaan lallabdoota wangeelaa, kaan immoo tiksootaa fi barsiistota taasisee kenne; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እንስ ነሞተ ቶኮ ቶኮ ኤርገሞተ፣ ካን ራጆተ፣ ካን ለለብዶተ ወንጌላ፣ ካንሞ ትክስቶታፊ በርሲስቶተ ታስሴ ኬኔ፤ See the chapter |