Efesoon 3:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaa irra nan xinnaadha; haa ta'u iyyuu malee, badhaadhummaa Kristos isa bira ga'uun hin danda'amne, saba Waaqayyoo warra hin ta'initti misraachoo akkan lallabuuf ayyaanni kun anaaf kennameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani qulqulloota hundaa gad taʼu iyyuu akka badhaadhummaa Kiristoos kan qoramee bira hin gaʼamne sana Namoota Ormaatti lallabuuf ayyaanni kun naa kennameera; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን ቁልቁሎተ ሁንዳ ገድ ተኡዩ አከ በዻዹማ ክርስቶስ ከን ቆረሜ ብረ ህንገአምኔ ሰነ ነሞተ ኦርማት ለለቡፍ አያን ኩን ናፍ ኬነሜረ፤ See the chapter |