Efesoon 3:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka kennaa ayyaana Waaqayyootti ani wangeela kanaaf hojjetaa ta'eera, kunis gochaa humna isaatii ti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Anis kennaa ayyaana Waaqaa kan karaa hojii humna isaatiin naa kennameen tajaajilaa wangeela kanaa taʼeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 አንስ ኬና አያነ ዋቃ ከን ከራ ሆጂ ሁምነሳቲን ናፍ ኬነሜን ተጃጅላ ወንጌለ ከና ተኤረ። See the chapter |