Efesoon 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Dhoksaan kunis warri saba Waaqayyoo hin ta'in wangeelatti amanuudhaan wanta Yihudoonni argatan akka argatan, isaanii wajjin bu'aa dhagna tokkoo akka ta'an, abdii isa Waaqayyo karaa Kristos Yesus kenne keessaas akka hirmaatan gochuuf kan qophaa'e ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Icciitiin kunis Namoonni Ormaa karaa wangeelaatiin saba Israaʼel wajjin dhaaltota, isaanuma wajjin dhagna tokko, waadaa Kiristoos Yesuusiin kenname keessatti immoo hirmaattota taʼuu isaanii ti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እጪቲን ኩንስ ነሞትን ኦርማ ከራ ወንጌላቲን ሰበ እስራኤል ወጅን ዻልቶተ፣ እሳኑመ ወጅን ዸግነ ቶኮ፣ ዋዳ ክርስቶስ ዬሱሲን ኬነሜ ኬሰትሞ ህርማቶተ ተኡሳኒት። See the chapter |