Efesoon 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dhaloota darban keessatti dhoksaan kun ilmaan namaatti hin argisiifamne; amma garuu Waaqayyo hafuura isaatiin ergamoota qulqullootaa fi raajotatti mul'iseera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 icciitiin kunis akka amma Hafuuraan ergamootaa fi raajota qulqulloota Waaqaatti mulʼifametti dhaloota kaanitti hin beeksifamne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እጪቲን ኩንስ አከ አመ ሀፉራን ኤርገሞታፊ ራጆተ ቁልቁሎተ ዋቃት ሙልእፈሜት ዸሎተ ካንት ህንቤክስፈምኔ። See the chapter |