Efesoon 3:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waa'ee hojii ayyaana Waaqayyoo adeemsisuu isa isiniif jedhee anatti kenname dhageessaniittu ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Isin dhugumaan waaʼee hojii ayyaana Waaqaa kan isiniif jedhamee natti kenname sanaa dhageessaniirtu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እስን ዹጉማን ዋኤ ሆጂ አያነ ዋቃ ከን እስኒፍ ጄዸሜ ነት ኬነሜ ሰና ዸጌሰኒርቱ፤ See the chapter |