Efesoon 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 jaalala Kristos isa safara beekumsa namaa bira darbus beektanii, guutummaa Waaqayyoo bira hamma geessanitti akka guutamtaniif nan kadhadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 akka guutama Waaqaa hundaan guutamtaniifis jaalala Kiristoos kan beekumsaa ol taʼe sana akka beektaniif nan kadhadha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አከ ጉተመ ዋቃ ሁንዳን ጉተምተኒፍስ ጃለለ ክርስቶስ ከን ቤኩምሳ ኦል ተኤ ሰነ አከ ቤክተኒፍ ነንከዸዸ። See the chapter |