Efesoon 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kristos amantiidhaan garaa keessan keessa akka buufatuuf, jaalalattis hiddaa fi hundee akka godhattaniif kadhata koo ti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 akka Kiristoosis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf nan kadhadha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis nan kadhadha; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አከ ክርስቶስስ ከራ አመንቲቲን ገራኬሰን ኬሰ ጅራቱፍ ነንከዸዸ። አከ እስን ህደ ገድ ፈጌፈተኒ ጃለላን ዻበተኒፍስ ነንከዸዸ፤ See the chapter |