Efesoon 3:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Waa'ee namummaa keessan isa keessaaf immoo, abbaan akka badhaadhummaa ulfina isaatiitti karaa hafuura isaatii humnaan guutamuu akka isiniif kennuuf nan kadhadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf nan kadhadha; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እን አኩመ በዻዹማ ኡልፍነሳት ከራ ሀፉረሳቲን ነሙማኬሰን ከን ኬሳ ሁምናን አከ ጭምሱፍ ነንከዸዸ፤ See the chapter |