Efesoon 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Sanyiin waaqa keessa jiraatuuf sanyiin lafa irra jiraatu hundinuu isumaan in waamama. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 maatiin isaa warri samii irraa fi warri lafa irraa hundinuu maqaa isaanii isa irraa argatu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ማቲንሳ ወር ሰሚራፊ ወር ለፈራ ሁንድኑ መቃሳኒ እሰራ አርገቱ። See the chapter |