Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, bara dhufu hundumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 innis bara dhufuuf jiru keessa badhaadhummaa ayyaana isaa kan gita hin qabne sana arjummaa karaa Kiristoos Yesuusiin nuuf qabu argisiisuuf jedhee waan kana godhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እንስ በረ ዹፉፍ ጅሩ ኬሰ በዻዹማ አያነሳ ከን ግተ ህንቀብኔ ሰነ አርጁማ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኑፍ ቀቡ አርግሲሱፍ ጄዼ ዋን ከነ ጎዼ።

See the chapter Copy




Efesoon 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements