Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Nus hundumti keenya hawwa foon keenyaa duukaa buunee, akka fedha namummaa keenyaa fi yaada keenyaatti warra akkasii gidduu jiraanneerra; kana irraa kan ka'es akkuma warra kaanii dhalootaan dheekkamsa Waaqayyoo jala gallee turre*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Hundi keenyas yeroo tokko dharraa foon keenyaa guutaa, hawwii fi yaada isaa duukaa buʼaa isaan gidduu jiraanne. Uumama keenyaanis akkuma warra kaanii dheekkamsa jala turre.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ሁንድኬኘስ ዬሮ ቶኮ ዸራ ፎንኬኛ ጉታ፣ ሀዊፊ ያደሳ ዱካ ቡኣ እሳን ግዱ ጅራትኔ። ኡመመኬኛንስ አኩመ ወረ ካኒ ዼከምሰ ጀለ ቱሬ።

See the chapter Copy




Efesoon 2:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements