Efesoon 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Guutummaan ijaarsa sanaa isumaan walitti qabamee, mana qulqullummaa Waaqayyoo ta'uudhaaf gooftaatti in guddata*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Karaa isaas ijaarsi sun guutuun tokkummaan wal qabatee mana qulqullummaa qulqulluu taʼuuf Gooftaadhaan guddata. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ከራሳስ እጃርስ ሱን ጉቱን ቶኩማን ወል ቀበቴ መነ ቁልቁሉማ ቁልቁሉ ተኡፍ ጎፍታዻን ጉደተ። See the chapter |