Efesoon 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniittu, Kristos Yesus immoo ofii isaatii dhagaa golee qajeelchuu dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniirtu; Kiristoos Yesuus ofii isaatii mataa dhagaa golee ti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እስን ሁንዴ ኤርገሞታፊ ራጆታረት እጃረምተኒርቱ፤ ክርስቶስ ዬሱስ ኦፊሳቲ መታ ዸጋ ጎሌት። See the chapter |