Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Yeroo sanatti isin toora biyya lafa kanaa duukaa buutanii deddeebi'aa, aboo qilleensa keessa jiru irratti isa gooftummaa qabuuf abboomamaa turtan; hafuurichi hamaan amma namoota Waaqayyoof hin abboomamne gidduutti hojjechaa jira*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 kunis isuma isin yeroo jireenya addunyaa kanaatii fi bulchaa mootummaa qilleensaa jechuunis hafuura amma iyyuu warra hin ajajamne keessatti hojjetu duukaa buutanitti keessa jiraachaa turtanii dha.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ኩንስ እሱመ እስን ዬሮ ጅሬኘ አዱኛ ከናቲፊ ቡልቻ ሞቱማ ቅሌንሳ ጄቹንስ ሀፉረ አመዩ ወረ ህንአጀጀምኔ ኬሰት ሆጄቱ ዱካ ቡተንት ኬሰ ጅራቻ ቱርተኒዸ።

See the chapter Copy




Efesoon 2:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements