Efesoon 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Fannoo irratti du'uudhaan gosa lamaanuu akka dhagna tokkotti, Waaqayyotti araarsuudhaaf, ofii isaatiin diinummaa balleesse*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 fannoo ittiin diinummaa isaanii ajjeese sanaan lamaan isaanii iyyuu dhagna tokko godhee Waaqatti araarse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ፈኖ እቲን ዲኑማሳኒ አጄሴ ሰናን ለማንሳኒዩ ዸግነ ቶኮ ጎዼ ዋቀት አራርሴ። See the chapter |