Efesoon 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Inni nagaa buusuudhaan qooda gosa lamaanii namummaa haaraa isatti argamu tokko akka uumuuf abboommotaa fi toora seera sanaa namoota irraa kaase*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 inni foon ofiitiin seera ajajaa fi sirna isaa wajjin diigeera. Kaayyoon isaas jara lamaan keessaa ofuma isaatiin nama haaraa tokko uumee akkasiin nagaa buusuudhaan See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 እን ፎን ኦፊቲን ሴረ አጀጃፊ ስርነሳ ወጅን ዲጌረ። ካዮንሳስ ጀረ ለማን ኬሳ ኦፉመሳቲን ነመ ሃራ ቶኮ ኡሜ አከሲን ነጋ ቡሱዻን See the chapter |