Efesoon 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Amma garuu Kristos Yesusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan isin warri dur fagaattanii turtan dhiiga Kristosiin dhi'eeffamtaniittu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Amma garuu isin warri yeroo tokko fagoo turtan Kiristoos Yesuusiin dhiiga Kiristoosiin dhiʼeeffamtaniirtu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አመ ገሩ እስን ወር ዬሮ ቶኮ ፈጎ ቱርተን ክርስቶስ ዬሱሲን ዺገ ክርስቶሲን ዽኤፈምተኒርቱ። See the chapter |