Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Yeroo sanatti isin Kristosii wajjin homaa walittii hin qabdan turtan; waldaa ijoollee Israa'elitti orma, kakuu abdii isaanii keessaa kan hin qabne, ofii abdii kan hin qabne, biyya lafaattis Waaqayyo malee akka turtan yaadadhaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 isin akka yeroo sana Kiristoos irraa cittanii, lammummaa Israaʼel keessaa baafamtanii, kakuu waadaatiifis keessumoota taatanii, abdii malee, Waaqa malees addunyaa keessa turtan yaadadhaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 እስን አከ ዬሮ ሰነ ክርስቶስራ ጭተኒ፣ ለሙማ እስራኤል ኬሳ ባፈምተኒ፣ ከኩ ዋዳቲፍስ ኬሱሞተ ታተኒ፣ አብዲ መሌ፣ ዋቀ መሌስ አዱኛ ኬሰ ቱርተን ያደዻ።

See the chapter Copy




Efesoon 2:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements