Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Isin warri saba Waaqayyoo hin ta'in, ?Warra dhagna qabatan? waan harkaan dhagna namaa irratti hojjetamuun warra of waaman biratti, ?Warra dhagna hin qabatin? jedhamtanii akka waamamaa turtan yaadadhaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa

11 Kanaaf isin warri durumaa dhalootaan Namoota Ormaa taatan akka warra dhagna qabaa harka namaatiin dhagna namaa irratti hojjetamuun, β€œNu warra dhagna qabatee dha” ofiin jedhan biratti β€œWarra dhagna hin qabatin” jedhamtanii waamamtan sana yaadadhaa;

See the chapter Copy

αŠ­α‰³α‰  α‰αˆα‰αˆ‰α£ αˆ‚αŠ« αŠ αˆ˜α‹« αˆƒαˆ«

11 αŠ¨αŠ“α αŠ₯αˆ΅αŠ• α‹ˆαˆ­ α‹±αˆ©αˆ› α‹ΈαˆŽα‰³αŠ• αŠαˆžα‰° αŠ¦αˆ­αˆ› α‰³α‰°αŠ• አከ α‹ˆαˆ¨ α‹ΈαŒαŠ ቀባ αˆ€αˆ­αŠ¨ αŠαˆ›α‰²αŠ• α‹ΈαŒαŠ αŠαˆ›αˆ¨α‰΅ αˆ†αŒ„α‰°αˆ™αŠ•α£ β€œαŠ‘ α‹ˆαˆ¨ α‹ΈαŒαŠ ቀበቴዸ” αŠ¦αŠαŠ• αŒ„α‹ΈαŠ• α‰₯αˆ¨α‰΅ β€œα‹ˆαˆ¨ α‹ΈαŒαŠ αˆ…αŠ•α‰€α‰ α‰΅αŠ•β€ αŒ„α‹Έαˆα‰°αŠ’ α‹‹αˆ˜αˆα‰°αŠ• ሰነ ያደዻፀ

See the chapter Copy




Efesoon 2:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements