Efesoon 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑስ እሱማን አኩመ በዻዹማ አያነ ዋቃት ዺገሳቲን ፉረመ ጄቹንስ፣ ዺፈመ ጩቡ ቀብነ፤ See the chapter |