Efesoon 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Inni uumamuu biyya lafaa dura iyyuu warra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hin qabne akka taanuuf, jaalalaan karaa Kristos nu fo'ateera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa4 Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«4 α₯α α ααα³ α±α¨α΅ ααααα³α αα¨ α αα₯α α ααα₯α α α¨ α³αα α‘α± α α±αα α αα‘αααα α±α¨ α₯α³α α ααα΄α«α²α’ ααααα΅ See the chapter |