Efesoon 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan, waan waaqa irraatiinis nu eebbiseef galanni haa ta'u*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqnii fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos inni Kiristoosiin eebba hafuuraa hundumaan samii irratti nu eebbise sun haa eebbifamu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቅኒፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ እን ክርስቶሲን ኤበ ሀፉራ ሁንዱማን ሰሚረት ኑ ኤብሴ ሱን ሃኤብፈሙ። See the chapter |