Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Gooftummaa, aboo, humna, mootummaa hamma jiru hundumaa, bara kanatti, bara dhufuttis waanuma maqaa dha'uun danda'amu gara irraa isa oolche*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa

21 isas ol aantummaa, taayitaa, humna, gooftummaa hundaa fi bara ammaa qofa utuu hin taΚΌin bara dhufuuf jiru keessa illee maqaa kennamu hundaa olitti mirga ofii teessise.

See the chapter Copy

αŠ­α‰³α‰  α‰αˆα‰αˆ‰α£ αˆ‚αŠ« αŠ αˆ˜α‹« αˆƒαˆ«

21 αŠ₯ሰሡ ኦል αŠ£αŠ•α‰±αˆ›α£ ታይታ፣ ሁምነ፣ αŒŽαα‰±αˆ› αˆαŠ•α‹³αŠ α‰ αˆ¨ αŠ αˆ› α‰†αˆ αŠ‘α‰± αˆ…αŠ•α‰°αŠ₯αŠ• α‰ αˆ¨ ዹፉፍ αŒ…αˆ© ኬሰሌ αˆ˜α‰ƒ αŠ¬αŠαˆ™ αˆαŠ•α‹³ αŠ¦αˆα‰΅ ምርገ ኦፊ α‰΄αˆ΅αˆ΄α’

See the chapter Copy




Efesoon 1:21

Follow us:

Advertisements


Advertisements