Efesoon 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Kunis nuyi warra amanneef humni isaa safara malee guddaa akka ta'e, aangoon isaa inni jabaanis nu gidduutti akka hojjetu akka beektaniif ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 akkasumas humni isaa inni nu warra amannu keessatti hojjetu hammam guddaa akka taʼe akka beektaniifis nan kadhadha. Humni sunis akkuma jabina guddaa See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አከሱመስ ሁምንሳ እን ኑ ወረ አመኑ ኬሰት ሆጄቱ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ አከ ቤክተኒፍስ ነንከዸዸ። ሁምን ሱንስ አኩመ ጀብነ ጉዳ See the chapter |