Efesoon 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Waa'ee keessaniif Waaqayyoon galateeffachuu, kadhata koo keessattis isin yaadachuu hin dhiifne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 kadhannaa koo keessatti isin yaadachaa waaʼee keessaniif galateeffachuu hin dhiifne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከዸትናኮ ኬሰት እስን ያደቻ ዋኤኬሰኒፍ ገለቴፈቹ ህንዺፍኔ። See the chapter |