Efesoon 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ammas ani gooftaa Yesusitti amanuu keessan warra Waaqayyoof qulqullaa'an jaallachuu keessanis dhaga'eera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Kanaafuu ani waaʼee amantii isin Gooftaa Yesuusitti qabdanii fi jaalala isin qulqulloota hundaaf qabdanii dhagaʼee See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ከናፉ አን ዋኤ አመንቲ እስን ጎፍታ ዬሱስት ቀብደኒፊ ጃለለ እስን ቁልቁሎተ ሁንዳፍ ቀብደኒ ዸገኤ See the chapter |