Efesoon 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Waaqayyo wanti hundinuu akka akeeka isaatii fi akka fedha isaatiitti akka ta'u in godha; nus immoo akka inni yaadee qopheessee of duraa qabuutti, karaa Kristos fo'amneerra. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Nus akkuma karoora isa waan hundumaa akka kaayyoo fedhii isaatti hojjetu sanaatti duraan dursee waan murteeffamneef Kiristoosiin dhaala arganneerra; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኑስ አኩመ ከሮረ እሰ ዋን ሁንዱማ አከ ካዮ ፌዺሳት ሆጄቱ ሰናት ዱራን ዱርሴ ዋን ሙርቴፈምኔፍ ክርስቶሲን ዻለ አርገትኔረ፤ See the chapter |