Efesoon 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Barri murame yeroo guututti, Waaqayyo akka ittiin fayyisuuf akeeketti, wanta bantii waaqaa keessa jiru, wanta lafa irra jiru, wanta hundumaas harka Kristos jalatti walitti in qaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 yaadni isaas yeroo barri murtaaʼe sun guutuutti wantoota samii keessaa fi lafa irra jiran hunda Kiristoos jalatti walitti qabuuf jedhee ti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ያድንሳስ ዬሮ በር ሙርታኤ ሱን ጉቱት ወንቶተ ሰሚ ኬሳፊ ለፈረ ጅረን ሁንደ ክርስቶስ ጀለት ወልት ቀቡፍ ጄዼት። See the chapter |