Daaniʼel 9:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yaa Waaqayyo, nuyi cubbuu hojjenneerra, kanaafis nuyi, mootonni keenya, gurguddoonni keenya, abboonni keenyas yeellaanee lafa in ilaalla*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yaa Waaqayyo nuu fi mootonni keenya, ilmaan moototaatii fi abbootiin keenya waan cubbuu sitti hojjenneef qaaniidhaan haguugamneerra. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ያ ዋቀዮ ኑፊ ሞቶትንኬኘ፣ እልማን ሞቶታቲፊ አቦቲንኬኘ ዋን ጩቡ ስት ሆጄትኔፍ ቃኒዻን ሀጉገምኔረ። See the chapter |