Daaniʼel 9:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Qajeelinni si bira jira yaa gooftaa, nuyi garuu akkuma amma ta'e kana yeellaanee lafa in ilaalla; namoonni Yihudaa, warri Yerusaalem jiraatan, warri Israa'el warri siif amanamuu dinnaan, ati biyya hundumaa keessatti isaan gatte; warri dhi'oo jiran, warri fagoo jiran hundinuus yeelloon isaan in eeggata. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Yaa Gooftaa, ati qajeelaa dha; garuu nu namoonni Yihuudaa, sabni Yerusaalemii fi Israaʼel kanneen ati sababii amanamummaa dhabuu keenyaatiin biyyoota dhiʼoo fi fagoo keessa bittinneessite hundi harʼa qaaniidhaan haguugamneerra. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “ያ ጎፍታ፣ አት ቀጄላዸ፤ ገሩ ኑ ነሞትን ይሁዳ፣ ሰብን ዬሩሳሌሚፊ እስራኤል ከኔን አት ሰበቢ አመነሙማ ዸቡኬኛቲን ብዮተ ዽኦፊ ፈጎ ኬሰ ብትኔስቴ ሁንድ ሀርአ ቃኒዻን ሀጉገምኔረ። See the chapter |