Daaniʼel 9:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani cubbuu himadhee Waaqayyo gooftaa koo nan kadhadhe,<<Yaa Waaqayyo gooftaa, ati guddaa dha, in sodaachiftas! Warra si jaallatan warra abboommota kee eeganiifis kakuu kee in eegda, gaarummaa kees isaanitti in argisiifta*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Anis Waaqayyo Waaqa kootti kadhannaa dhiʼeessee akkana jedheen cubbuu saba kootii himadhe: “Yaa Gooftaa, Waaqa guddaa fi akka malee sodaachisaa kan warra si jaallatanii ajaja kee eegan hundaaf kakuu jaalala keetii eegdu, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አንስ ዋቀዮ ዋቀኮት ከዸትና ዽኤሴ አከነ ጄዼን ጩቡ ሰበኮቲ ህመዼ፦ “ያ ጎፍታ፣ ዋቀ ጉዳፊ አከ መሌ ሶዳችሳ ከን ወረ ስ ጃለተኒ አጀጀኬ ኤገን ሁንዳፍ ከኩ ጃለለኬቲ ኤግዱ፣ See the chapter |