Daaniʼel 9:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni utuu jiruu waggaa torbaaf namoota ciccimoo wajjin kakuu isaa in jabeessa; waggoota sana erga walakkeessee immoo qalmi, kennaan midhaaniis akka hafu in godha; wanti jibbisiisaan nama rifachiisu sun mataa iddoo aarsaa gar-tokko irra kaa'amuuf jira; kunis hamma badiifni murtoo ta'e isa diigamuu fidu sana irratti dhangalaafamuutti in tura>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Bulchaan kunis ‘Torban’ tokkoof namoota baayʼee wajjin kakuu godhata; walakkaa ‘Torban’ sanaatti aarsaa fi kennaan akka hafu godha. Innis hamma wanni labsame sun isa irratti dhangalaʼutti waan xuraaʼaa badiisa fidu mana qulqullummaa gubbaa ni dhaaba.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ቡልቻን ኩንስ ‘ቶርበን’ ቶኮፍ ነሞተ ባይኤ ወጅን ከኩ ጎዸተ፤ ወለካ ‘ቶርበን’ ሰናት ኣርሳፊ ኬናን አከ ሀፉ ጎዸ። እንስ ሀመ ወን ለብሰሜ ሱን እሰረት ዸንገለኡት ዋን ጡራኣ በዲሰ ፍዱ መነ ቁልቁሉማ ጉባ ንዻበ።” See the chapter |